- 
	                        
            
            Lallaba 8:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
17 Achiis hojii Waaqa dhugaa hundumaa ilaalee, ilmaan namootaa wanta aduu jalatti raawwatamu hubachuu akka hin dandeenye+ nan beeke. Namoonni carraaqqii akkamii iyyuu yoo godhan, kana hubachuu hin dandaʼan. Isaan ogummaa wanta kana beekuuf gargaaru akka qaban yoo dubbatan iyyuu, dhugumaan kana hubachuu hin dandaʼan.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Qorontos 2:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Yaada nama tokkoo hafuura nama sana keessa jiru malee, namoota keessaa eenyutu beekuu dandaʼa? Haaluma wal fakkaatuun, hafuura Waaqayyoo malee, yaada Waaqayyoo namni beekuu dandaʼu hin jiru.
 
 -