-
Faarfannaa 58:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yaa Waaqayyo, ilkaan isaanii afaan isaanii keessaa harcaasi!
Yaa Yihowaa, mangaagaa leencota* kanaa caccabsi!
-
-
Fakkeenya 30:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Dhaloonni ilkaan isaa goraadee,
Mangaagaan isaas halbee ittiin qalan taʼe jira;
Dhaloonni kun rakkatoota lafa irraa,
Hiyyeeyyii ilmaan namootaa gidduutti argamanis ni nyaata.+
-