-
Faarfannaa 14:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Warra balleessaa raawwatan keessaa tokko illee hin hubatuu?
Isaan akkuma nyaata nyaatanitti saba koo ni nyaatu.
Yihowaas hin waammatan.
-
-
Fakkeenya 22:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Namni qabeenya isaa baayʼifachuuf hiyyeessa gowwoomsu,+
Akkasumas namni sooressaaf kennaa kennu
Ni hiyyooma.
-