Faarfannaa 12:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan, “Warri miidhaman waan cunqurfamaniif,Warri hiyyeeyyiinis waan aadaniif,+Tarkaanfii fudhachuuf nan kaʼa. Warra isaan tuffatan* jalaas isaan nan oolcha” jedheera. Fakkeenya 14:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Namni nama rakkataa gowwoomsu Uumaa isaa arrabsa,+Namni hiyyeessatti gara laafina argisiisu hundi garuu isaaf ulfina kenna.+
5 Yihowaan, “Warri miidhaman waan cunqurfamaniif,Warri hiyyeeyyiinis waan aadaniif,+Tarkaanfii fudhachuuf nan kaʼa. Warra isaan tuffatan* jalaas isaan nan oolcha” jedheera.
31 Namni nama rakkataa gowwoomsu Uumaa isaa arrabsa,+Namni hiyyeessatti gara laafina argisiisu hundi garuu isaaf ulfina kenna.+