LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 5:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Sababiin isaas, namoonni hamoon saba koo gidduu jiru.

      Isaan akkuma yeroo namni simbira qabatu riphee eeggatu godhutti, xiyyeeffannaadhaan ilaalu.

      Kiyyoo nama ajjeesu ni kaaʼu.

      Kan isaan qabatanis namoota dha.

  • Miikiyaas 7:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Harki isaanii wanta hamaa hojjechuu irratti dandeettii guddaa qaba;+

      Bulchaan waa gaafata,+

      Abbaan murtii gatii gaafata,

      Namni beekamaan fedhii isaa* ibsata,+

      Isaan waliin taʼanii hammina qopheessu.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi