LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 21:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Haati manaa isaa Iizaabelis+ gara isaatti seentee, “Hamma nyaata lagattutti akkanatti kan gaddite* maaliifi?” jettee isa gaafatte. 6 Innis akkana jedhee ishiidhaaf deebise: “Ani Naabot Yezriʼelichaan, ‘Maasii wayinii kee maallaqaan natti gurguri. Yoo barbaadde immoo bakka isaa maasii wayinii kan biraa siifan kenna’ jedheen ture. Inni garuu, ‘Maasii wayinii koo siif hin kennu’ naan jedhe.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi