LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 16:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Ahaab daandii Yeroboʼaam+ ilma Nebaat irra deemuun isaa iyyuu itti hanqatee, Iizaabel+ ishii intala Etbaʼaal isa mootii Siidoonotaa+ taʼe sanaa ni fuudhe; akkasumas Baʼaaliin tajaajiluu+ fi isaaf sagaduu ni jalqabe.

  • 1 Mootota 18:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 yeroo Iizaabel+ raajota Yihowaa ajjeesaa turtetti Obaadiyaan raajota 100 fuudhee 50 holqa tokko keessa, 50 immoo holqa kan biraa keessa dhoksee nyaataa fi bishaan isaaniif kennaa ture.)

  • 1 Mootota 19:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo kanatti Iizaabel Eeliyaasitti nama ergitee, “Boru yeroo kana akka raajota ati ajjeeste sanaa yoon si gochuu baadhe,* waaqoliin adaba guddaa na haa adaban!” isaan jette.

  • 1 Mootota 21:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Dhuguma iyyuu, namni akka Ahaabitti haadha manaa isaa Iizaabeliin oofamee+ wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe gochuuf kutatee kaʼe* tokko illee hin jiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi