25 Garaa keetti miidhagina ishii hin hawwin+
Yookiin ija ishii isa nama sossobuun hin boojiʼamin,
26 Sababiin isaas, namni tokko dubartii sagaagaltuu irraa kan kaʼe hiyyummaadhaaf saaxilama,+
Haati manaa nama kan biraa garuu, lubbuun isaa inni gatii guddaa qabu kiyyootti akka galu gooti.