LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yihowaanis Seexanaan, “Tajaajilaa koo Iyyoob hubattee ilaalteettaa?* Lafa irra namni akka isaa tokko iyyuu hin jiru. Inni nama qajeelaa fi amanamaa*+ dha; akkasumas nama Waaqa sodaatuu fi wanta hamaa taʼe irraa fagaatu dha. Ati sababa tokko malee akkan isa balleessu* na kakaasuuf kan yaalte taʼus,+ inni amma iyyuu amanamummaa isaa cimsee akkuma qabatetti jira”+ jedhe.

  • Iyyoob 27:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Isin qajeelota akka taatan dubbachuun anaaf wanta hin yaadamne dha!

      Hamman duʼutti amanamummaa koo hin dhiisu!*+

  • Faarfannaa 7:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yihowaan namoota irratti murtii ni dabarsa.+

      Yaa Yihowaa, akka qajeelummaa kootti,

      Akka amanamummaa koottis murtii naaf kenni.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi