LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 38:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Gara jiʼa sadii booda garuu, “Taamaar ishiin haadha manaa ilma keetii taate sun sagaagaltuu taateetti; sagaagalummaa ishiitiinis ulfoofteetti” jedhamee Yihudaatti himame. Yeroo kanatti Yihudaan, “Gad ishii baasaatii haa gubamtu”+ jedhe.

  • Leewwota 20:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “‘Nama haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu ilaalchisee wanti godhamu kana dha: Namni haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu mamii tokko malee haa ajjeefamu; lamaan isaanii iyyuu* haa ajjeefaman.+

  • Keessa Deebii 22:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Namni tokko haadha manaa nama kan biraa wajjin utuu ciisuu yoo argame, namichi dubartii sanaa wajjin ciisee fi dubartiin sun lamaan isaanii iyyuu haa ajjeefaman.+ Akka kanaan wanta hamaa taʼe Israaʼel keessaa balleessi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi