Fakkeenya 17:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Namni hiyyeessatti qoosu hundi Uumaa isaa arrabsa,+Namni badiisa namaatti gammadus utuu hin adabamin hin hafu.+ Fakkeenya 24:17, 18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Diinni kee yommuu kufu hin gammadin,Yommuu inni gufatus garaan kee hin gammadin;+18 Taʼuu baannaan, Yihowaan kana argee ni gadda,Dheekkamsa isaas isa* irraa ni deebisa.+
5 Namni hiyyeessatti qoosu hundi Uumaa isaa arrabsa,+Namni badiisa namaatti gammadus utuu hin adabamin hin hafu.+
17 Diinni kee yommuu kufu hin gammadin,Yommuu inni gufatus garaan kee hin gammadin;+18 Taʼuu baannaan, Yihowaan kana argee ni gadda,Dheekkamsa isaas isa* irraa ni deebisa.+