Iyyoob 31:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Ani badiisa diina kootti gammadee+Yookiin wanti hamaan isa irra gaʼuu isaatti burraaqee beekaa? Fakkeenya 17:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Namni hiyyeessatti qoosu hundi Uumaa isaa arrabsa,+Namni badiisa namaatti gammadus utuu hin adabamin hin hafu.+ Fakkeenya 25:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Diinni kee* yoo beelaʼe wanta nyaatu isaaf kenni;Yoo dheebote bishaan dhugu isaaf kenni;+22 Kana gochuudhaan barbadaa mataa isaa irratti tuulta,*+Yihowaanis si kiisa.
5 Namni hiyyeessatti qoosu hundi Uumaa isaa arrabsa,+Namni badiisa namaatti gammadus utuu hin adabamin hin hafu.+
21 Diinni kee* yoo beelaʼe wanta nyaatu isaaf kenni;Yoo dheebote bishaan dhugu isaaf kenni;+22 Kana gochuudhaan barbadaa mataa isaa irratti tuulta,*+Yihowaanis si kiisa.