-
2 Mootota 6:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Mootiin Israaʼelis yommuu isaan argu Eelsaaʼiin, “Yaa abbaa koo, isaan ajjeesuu? Isaan ajjeesuu?” jedhe. 22 Inni garuu, “Isaan ajjeesuu hin qabdu. Namoota goraadee fi iddaa keetiin boojitee fudhatte ni ajjeestaa? Nyaatanii dhuganii gara gooftaa isaaniitti akka deebiʼaniif, midhaanii fi bishaan isaaniif kenni”+ isaan jedhe.
-