-
Uumama 19:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Maleekonni lamaan sun gara galgalaa biyya Sodoom gaʼan; Looxis karra Sodoom bira taaʼaa ture. Loox yommuu isaan argu, isaan simachuuf kaʼe; adda isaatiinis lafatti gombifamee sagade.+
-
-
Uumama 19:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Inni garuu cimsee waan isaan kadhateef, isaa wajjin gara mana isaa dhaqan. Achiis affeerraa isaaniif qopheesse; maxinoo isaaniif ni tolche; isaanis ni nyaatan.
-