LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 20:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis Waaqni dhugaan abjuudhaan akkana isaan jedhe: “Ati garaa qajeelaadhaan kana akka goote nan beeka; kanaafuu, ana irratti cubbuu akka hin hojjenneef si dhowweera. Ati ishii akka tuqxu kanan siif hin heyyamne kanaafi. 7 Ammas haadha manaa namichaa deebisi; inni raajii waan taʼeef,+ siif jecha wawwaannaa ni dhiheessa;+ atis lubbuudhaan jiraachuu kee itti fufta. Ishii hin deebistu taanaan garuu, atii fi warri kan kee taʼan hundi dhugumaan akka duutan beeki.”

  • Maatewos 27:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kana malees, Philaaxos barcuma murtii irra taaʼee utuu jiruu haati manaa isaa, “Ani sababii isaatiin eda halkan abjuudhaan baayʼee dhiphachaa waanan buleef, nama qajeelaa sana waan tokko iyyuu akka hin goone” jettee isatti dhaamte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi