2 Mootota 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yeroo kanatti akkuma namni Waaqa dhugaa sun isatti himetti gad buʼee siʼa torba Yordaanos keessa gad lixe.+ Achiis foon isaa fayyee akka foon mucaa xinnoo taʼe;+ innis qulqulluu ni taʼe.+
14 Yeroo kanatti akkuma namni Waaqa dhugaa sun isatti himetti gad buʼee siʼa torba Yordaanos keessa gad lixe.+ Achiis foon isaa fayyee akka foon mucaa xinnoo taʼe;+ innis qulqulluu ni taʼe.+