-
Iyyoob 9:22-24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Hundumtuu sanuma.
‘Inni akkuma hamoota balleessutti warra qulqulluu taʼanis* ni balleessa’ kanan jedhus kanaafi.
23 Lolaa cimaan duʼa tasaa yoo fide,
Namni qulqulluun yommuu abdii kutatu inni isatti ni qoosa.
Kana kan godhu isa miti taanaan, eenyu ree?
-