LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 9:22-24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Hundumtuu sanuma.

      ‘Inni akkuma hamoota balleessutti warra qulqulluu taʼanis* ni balleessa’ kanan jedhus kanaafi.

      23 Lolaa cimaan duʼa tasaa yoo fide,

      Namni qulqulluun yommuu abdii kutatu inni isatti ni qoosa.

      24 Lafti hamootatti dabarfamtee kennamteetti;+

      Inni ija* abbootii murtii ishii ni haguuga.

      Kana kan godhu isa miti taanaan, eenyu ree?

  • Iyyoob 34:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Sababiin isaas inni, ‘Namni Waaqayyoon gammachiisuuf yaaluudhaan

      Faayidaa hin argatu’ jedheera.+

  • Faarfannaa 73:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Dhuguma iyyuu, garaa koo qulqulluu kanan godhe,

      Harka koos qulqullummaadhaan kanan dhiqadhe akkanumaan ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi