LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 73:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Sababiin isaas, nagaa hamoonni qaban yommuun argu,+

      Warra of tuulanitti* hinaafeen ture.

  • Faarfannaa 73:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Isaan hatattamaan balleeffamaniiru!+

      Badiisa guddaa isaan irra gaʼeenis saffisaan dhumaniiru!

  • Hojii Ergamootaa 12:21-23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Guyyaa qophiin addaa godhame tokkottis Heroodis uffata mootii uffatee, barcuma murtii irra taaʼee uummatichaaf haasaa dhiheessuu jalqabe. 22 Namoonni walitti qabaman sunis, “Kun sagalee waaqaa ti malee, sagalee namaa miti!” jedhanii iyyuu jalqaban. 23 Heroodis Waaqayyoof ulfina waan hin kennineef yeruma sana maleekaan Yihowaa* isa rukute; innis raammoodhaan nyaatamee duʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi