LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 21:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Namni tokko humni isaa guutuu akkuma taʼetti ni duʼa,+

      Utuma tasgabbii guddaa qabuu fi utuma itti tolee jiraatuu,+

  • Faarfannaa 37:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Namoota hamootti hin aarin*

      Yookiin warra jalʼina raawwatanitti hin hinaafin.+

       2 Isaan akka margaatti hatattamaan ni coolligu,+

      Akka marga lalisaattis ni gogu.

  • Isaayyaas 30:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Balleessaan kun akka dallaa baqaqee,

      Akka dallaa dheeraa jiguuf jedhuus isinitti ni taʼa.

      Inni akkuma tasaa dafee ni jiga.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi