- 
	                        
            
            Faarfannaa 73:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
19 Isaan hatattamaan balleeffamaniiru!+
Badiisa guddaa isaan irra gaʼeenis saffisaan dhumaniiru!
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Maatewos 24:38, 39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
38 Bara Bishaan Badiisaa dura ture sanatti hanga guyyaa Noh doonichatti galetti,+ akkuma namoonni nyaachaa, dhugaa, dhiironni fuudhaa, dubartoonnis heerumaa turan, 39 akkasumas hanga Bishaan Badiisaa sun dhufee hunduma isaanii haree sokketti+ akkuma hin hubanne, argamni Ilma namaas akkanuma ni taʼa.
 
 -