Faarfannaa 73:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sababiin isaas, nagaa hamoonni qaban yommuun argu,+Warra of tuulanitti* hinaafeen ture. Fakkeenya 23:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Garaan kee cubbamootatti hin hinaafin,+Kanaa mannaa guyyaa guutuu Yihowaa sodaadhu,+