Faarfannaa 111:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaa sodaachuun jalqaba ogummaa ti.+ ש [Siin] Warri ajajawwan isaa* eegan hundi hubannaa akka qaban argisiisu.+ ת [Taaw] Jajamuun isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata. 2 Qorontos 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, nuti abdii kana waan qabnuuf,+ Waaqayyoon sodaachuudhaan qulqullummaa keenya guutuu gochuuf, wanta foonii fi hafuura xureessu+ hundumaa irraa of haa qulqulleessinu.
10 Yihowaa sodaachuun jalqaba ogummaa ti.+ ש [Siin] Warri ajajawwan isaa* eegan hundi hubannaa akka qaban argisiisu.+ ת [Taaw] Jajamuun isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata.
7 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, nuti abdii kana waan qabnuuf,+ Waaqayyoon sodaachuudhaan qulqullummaa keenya guutuu gochuuf, wanta foonii fi hafuura xureessu+ hundumaa irraa of haa qulqulleessinu.