Faarfannaa 37:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Namoota hamootti hin aarin* Yookiin warra jalʼina raawwatanitti hin hinaafin.+