-
Iyyoob 35:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Iyyoob afaan isaa balʼisee kan banu akkanumaani;
Inni beekumsa utuu hin qabaatin dubbii baayʼisa.”+
-
-
Iyyoob 38:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Inni gorsa koo dukkaneessu,
Inni beekumsa malee dubbatu kun eenyu?+
-