LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 32:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+

      Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+

      Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+

      Inni qajeelaa fi sirrii dha.+

  • Faarfannaa 11:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaan qajeelaa dha;+ inni gocha qajeelaa ni jaallata.+

      Qajeelonni fuula isaa ni argu.*+

  • Faarfannaa 139:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Karaa dinqisiisaa taʼeen tolfamuun+ koo sodaadhaan waan na guutuuf sin jajadha.

      Hojiiwwan kee dinqisiisoo dha,+

      Kana akka gaariittan beeka.

  • Daaniʼel 9:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Kanaafuu, ati Yihowaan dammaqinaan hordofaa erga turtee booda badiisa nu irratti ni fidde; sababiin isaas, ati Waaqni keenya Yihowaan hojii hojjette hundumaatiin qajeelaa dha; nuti garuu sagalee keetiif hin ajajamne.+

  • Mulʼata 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan:

      “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi