LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 36:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Dhugumaan dubbiin koo soba miti;

      Kunoo, inni beekumsa mudaa hin qabne+ qabu si dura jira.

  • Faarfannaa 18:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Daandiin Waaqa dhugaa mudaa kan hin qabne dha;+

      Dubbiin Yihowaas kan qulqullaaʼe dha.+

      Inni warra isatti kooluu galan hundumaatiif gaachana.+

  • Faarfannaa 104:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yaa Yihowaa, hojiiwwan kee akkam baayʼatu!+

      Hunda isaanii ogummaadhaan tolchite.+

      Lafti wanta ati tolchiteen guutamteetti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi