Keessa Deebii 32:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+ Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+Inni qajeelaa fi sirrii dha.+ Daaniʼel 4:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 “Amma ani Nebukadnezaar, Mootii samii nan jajadha,+ ol nan qaba, ulfinas isaaf nan kenna; sababiin isaas, hojiiwwan isaa hundi dhugaa dha, daandiiwwan isaas qajeeloo dha;+ inni warra of tuulummaadhaan deddeebiʼan ni salphisa.”+ Mulʼata 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+
4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+ Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+Inni qajeelaa fi sirrii dha.+
37 “Amma ani Nebukadnezaar, Mootii samii nan jajadha,+ ol nan qaba, ulfinas isaaf nan kenna; sababiin isaas, hojiiwwan isaa hundi dhugaa dha, daandiiwwan isaas qajeeloo dha;+ inni warra of tuulummaadhaan deddeebiʼan ni salphisa.”+
3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+