Iyyoob 7:6, 7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Guyyoonni koo kolloo nama wayyaa dhaʼuu caalaa ni ariifatu,+Abdii malees ni dhumu.+ 7 Jireenyi koo bubbee akka taʼe,+Ijji koos matumaa lammata gammachuu* akka hin argine yaadadhu. Faarfannaa 103:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni duʼu garuu umuriin isaa akkuma kan margaa ti;+Inni akka abaaboo dirree keessaatti ni daraara.+ 16 Yommuu bubbeen bubbisu garuu,Akkuma waan achi hin turreetti ni bada.*
6 Guyyoonni koo kolloo nama wayyaa dhaʼuu caalaa ni ariifatu,+Abdii malees ni dhumu.+ 7 Jireenyi koo bubbee akka taʼe,+Ijji koos matumaa lammata gammachuu* akka hin argine yaadadhu.
15 Namni duʼu garuu umuriin isaa akkuma kan margaa ti;+Inni akka abaaboo dirree keessaatti ni daraara.+ 16 Yommuu bubbeen bubbisu garuu,Akkuma waan achi hin turreetti ni bada.*