-
Fakkeenya 3:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan* akka si dhiisan hin godhin.+
Morma keetti isaan hidhadhu;
Gabatee garaa keetii irratti isaan barreeffadhu;+
-
Fakkeenya 19:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Wanti guddaan nama keessa jiru jaalala amanamaa inni qabu dha;+
Sobduu taʼuu mannaa hiyyeessa taʼuu wayya.
-
-
-