LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 16:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Jaalala amanamaa fi amanamummaadhaan balleessaadhaaf araarri ni argama,+

      Namnis Yihowaa sodaachuudhaan wanta hamaa irraa ni fagaata.+

  • Hoseʼaa 10:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ofii keessaniif qajeelummaadhaan sanyii facaafadhaatii jaalala amanamaa galfadhaa.

      Lafa isa qotiisaaf taʼu qotadhaa,+

      Hamma inni dhufee qajeelummaadhaan isin barsiisutti,+

      Yeroon utuu isinitti hin darbin Yihowaa barbaaddadhaa.+

  • Miikiyaas 6:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yaa namaa, inni wanta gaarii taʼe sitti himeera.

      Yihowaan maal si irraa* barbaada?

      Haqa* akka raawwattu,+ amanamummaa akka jaallattu,*+

      Gad of qabuudhaan*+ Waaqa kee wajjin akka deddeebitu qofa mitii?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi