Uumama 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Waaqayyos ificha Guyyaa jedhee moggaase; dukkanicha immoo Halkan jedhee moggaase.+ Ni dhihe, ni bariʼes; kun guyyaa tokkoffaa dha. Faarfannaa 74:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Guyyaanis taʼe halkan kan kee ti. Ifas* taʼe aduu tolchiteetta.+
5 Waaqayyos ificha Guyyaa jedhee moggaase; dukkanicha immoo Halkan jedhee moggaase.+ Ni dhihe, ni bariʼes; kun guyyaa tokkoffaa dha.