Uumama 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waaqayyos, “Ifni haa taʼu” jedhe. Achiis ifni ni taʼe.+ Uumama 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Waaqayyos ificha Guyyaa jedhee moggaase; dukkanicha immoo Halkan jedhee moggaase.+ Ni dhihe, ni bariʼes; kun guyyaa tokkoffaa dha. Faarfannaa 136:7, 8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ifawwan guguddaa tolche,+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata, 8 Aduun guyyaa irratti aangoo akka qabaattu godhe,+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata,
5 Waaqayyos ificha Guyyaa jedhee moggaase; dukkanicha immoo Halkan jedhee moggaase.+ Ni dhihe, ni bariʼes; kun guyyaa tokkoffaa dha.
7 Ifawwan guguddaa tolche,+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata, 8 Aduun guyyaa irratti aangoo akka qabaattu godhe,+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata,