Uumama 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Waaqayyos maddawwan ifaa guguddaa lama ni tolche; maddi ifaa inni guddaan guyyaa irratti aangoo akka qabaatu,+ maddi ifaa inni xinnaan immoo halkan irratti aangoo akka qabaatu godhe; urjiilees ni tolche.+ Ermiyaas 31:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Yihowaan inniGuyyaa ifa akka kennituuf aduu tolche,Halkan ifa akka kennaniifis seerawwan* addeessaa fi urjiilee qopheesse,Inni galaana sochoosee dambaliiwwan isaa warraaqsu,Inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe akkana jedha:+
16 Waaqayyos maddawwan ifaa guguddaa lama ni tolche; maddi ifaa inni guddaan guyyaa irratti aangoo akka qabaatu,+ maddi ifaa inni xinnaan immoo halkan irratti aangoo akka qabaatu godhe; urjiilees ni tolche.+
35 Yihowaan inniGuyyaa ifa akka kennituuf aduu tolche,Halkan ifa akka kennaniifis seerawwan* addeessaa fi urjiilee qopheesse,Inni galaana sochoosee dambaliiwwan isaa warraaqsu,Inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe akkana jedha:+