Iyyoob 10:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ani yeroo dhihootti gara lafa isa dukkana cimaa* qabu,+Iddoon irraa hin deebine sanaa,+22 Gara lafa guutummaatti dukkanaaʼaa taʼe,Isa dukkana cimaa qabuu fi hin qindoofne,Iddoo ifni illee akka dukkanaa itti taʼu sanaa nan deema.”
21 Ani yeroo dhihootti gara lafa isa dukkana cimaa* qabu,+Iddoon irraa hin deebine sanaa,+22 Gara lafa guutummaatti dukkanaaʼaa taʼe,Isa dukkana cimaa qabuu fi hin qindoofne,Iddoo ifni illee akka dukkanaa itti taʼu sanaa nan deema.”