Isaayyaas 45:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ani ifa nan tolcha,+ dukkanas nan uuma,+Nagaa nan fida,+ badiisas nan uuma;+Ani Yihowaan wantoota kana hundumaa nan raawwadha.
7 Ani ifa nan tolcha,+ dukkanas nan uuma,+Nagaa nan fida,+ badiisas nan uuma;+Ani Yihowaan wantoota kana hundumaa nan raawwadha.