-
1 Saamuʼel 12:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Saamuʼelis Yihowaa ni kadhate; Yihowaanis guyyaa sanatti akka kakawweessaʼuu fi bokkaan akka roobu godhe; kanaan kan kaʼes, namoonni sun hundi Yihowaa fi Saamuʼeliin baayʼee sodaatan.
-
-
Ermiyaas 5:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Isaan garaa isaaniitti,
“Amma Waaqa keenya Yihowaa,
Isa waqtii isaatti bokkaa,
Bokkaa birraa fi bokkaa arfaasaa nuu kennu,
Isa torbeewwan makaraa warra murteeffaman nuuf eegu sana haa sodaannu” hin jedhan.+
-