-
Faarfannaa 65:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Lagni Waaqa biraa dhufu guutuu dha;
Midhaan isaaniif ni kennita,+
Ati akka kanaan lafa qopheessiteetta.
-
-
Zakkaariyaas 10:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Waqtii rooba arfaasaatti Yihowaan bokkaa akka roobsu gaafadhaa.
Duumessa bokkaa cimaa qabu kan uumu,
Bokkaa kan isaaniif roobsu,+
Hundumaatiif biqiltoota dirree keessa jiran kan kennu Yihowaa dha.
-