Ermiyaas 10:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Sagalee isaa yommuu dhageessisu,Bishaanonni samiiwwan keessa jiran ni jeeqamu,+Inni duumessoonni* andaara lafaatii akka ol baʼan ni godha.+ Bokkaadhaaf bakakkaa* ni qopheessa,Manneen kuusaa isaa keessaas bubbee ni baasa.+
13 Sagalee isaa yommuu dhageessisu,Bishaanonni samiiwwan keessa jiran ni jeeqamu,+Inni duumessoonni* andaara lafaatii akka ol baʼan ni godha.+ Bokkaadhaaf bakakkaa* ni qopheessa,Manneen kuusaa isaa keessaas bubbee ni baasa.+