LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 5:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Xiyyi isaanii hundi qaramaa dha,

      Iddaan isaanii hundis kan dabsame dha.*

      Kotteen fardeen isaanii akkuma dhagaa jabaa ti,

      Geengoowwan gaarii fardaa isaaniis akkuma bubbee ti.+

  • Ermiyaas 8:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Ani xiyyeeffannaadhaan nan hordofe, dhagaʼuu koos ittan fufe, taʼus akki isaan itti dubbatan sirrii hin turre.

      Namni hammina isaa irraa yaada geddarate yookiin ‘Maal gochuu koo ti?’ jedhee gaafate hin jiru.+

      Akkuma fardi gara dirree waraanaatti didichutti, tokkoon tokkoon namaa gara daandii namoonni hedduun hordofanitti deebiʼuu isaa itti fufe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi