Anbaaqom 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Fardeen isaanii qeerransa caalaa saffisu,Yeeyyii halkan deemu caalaas ni hammaatu.+ Fardeen waraanaa isaanii gulufaa dhufu,Fardeen isaanii iddoo fagoo irraa dhufu. Isaan akkuma risaa wanta nyaatu irratti lafa dhaʼutti saffisaan gad buʼu.+
8 Fardeen isaanii qeerransa caalaa saffisu,Yeeyyii halkan deemu caalaas ni hammaatu.+ Fardeen waraanaa isaanii gulufaa dhufu,Fardeen isaanii iddoo fagoo irraa dhufu. Isaan akkuma risaa wanta nyaatu irratti lafa dhaʼutti saffisaan gad buʼu.+