9 Isa Uumaa isaa morkatuuf wayyoo!
Sababiin isaas, inni qiraacii,
Qiraaciiwwan caccaboo lafa irratti gataman kaan gidduu jiru dha.
Supheen Suphe Dhooftuudhaan, “Maal tolchaa jirta?” jechuu qabaa?+
Yookiin wanti ati tolchite, “Inni harka hin qabu” jechuu qabaa?