- 
	                        
            
            Isaayyaas 40:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
25 Inni Qulqulluun akkana jedha: “Isaa wajjin wal na qixxeessuuf eenyuu wajjin wal na fakkeessuu dandeessu?
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 55:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 “Akkuma samiin lafa irraa ol fagaatu,
Daandiin koo daandii keessan irraa,
Yaanni koos yaada keessan irraa fagoo dha.+
 
 -