LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 36:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Dhuguma iyyuu Waaqayyo jabaa dha,+ inni nama tokko illee hin tuffatu;

      Humni hubannaa* isaa guddaa dha.

  • Faarfannaa 147:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Gooftaan keenya guddaa dha, humni isaas jabaa dha;+

      Hubannaan isaa bira gaʼamuu kan hin dandeenye dha.+

  • Isaayyaas 40:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Inni hubannaa argachuuf eenyuu wajjin mariʼate?

      Yookiin daandii haqaa kan isa barsiisu

      Yookiin beekumsa kan isaaf kennu

      Yookiin daandii hubannaa dhugaa kan isatti argisiisu eenyu?+

  • Ermiyaas 10:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Inni isa humna isaatiin lafa tolche,

      Isa ogummaa isaatiin dachee oomisha kennitu hundeessee+ fi

      Hubannaa isaatiin samiiwwan diriirse dha.+

  • Roomaa 11:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Sababiin isaas, “Eenyutu yaada Yihowaa* beeke? Yookiin eenyutu gorsituu isaa taʼe?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi