Faarfannaa 24:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Mootiin ulfina qabeessi kun eenyu? Yihowaa isa cimaa fi jabaa taʼe,+Yihowaa isa waraanatti jabaa taʼe dha.+ Faarfannaa 99:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni mootii jabaa haqa jaallatu dha.+ Ati wanta qajeelaa taʼe cimsitee dhaabdeetta. Yaaqoob keessatti haqaa fi qajeelummaa argamsiisteetta.+ Ermiyaas 32:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 ati isa jaalala amanamaa kumaatamatti argisiisu, isa balleessaa abbootiin raawwatan ilmaan isaanii* warra isaan booda dhufanitti deebisu,+ Waaqa dhugaa, isa guddaa fi isa jabaa, isa maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe sana dha.
8 Mootiin ulfina qabeessi kun eenyu? Yihowaa isa cimaa fi jabaa taʼe,+Yihowaa isa waraanatti jabaa taʼe dha.+
4 Inni mootii jabaa haqa jaallatu dha.+ Ati wanta qajeelaa taʼe cimsitee dhaabdeetta. Yaaqoob keessatti haqaa fi qajeelummaa argamsiisteetta.+
18 ati isa jaalala amanamaa kumaatamatti argisiisu, isa balleessaa abbootiin raawwatan ilmaan isaanii* warra isaan booda dhufanitti deebisu,+ Waaqa dhugaa, isa guddaa fi isa jabaa, isa maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe sana dha.