-
Iyyoob 37:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Sana booda sagaleen baroodu ni dhagaʼama;
Sagaleen isaa inni ulfina qabeessi ni kakawweessaʼa,+
Yeroo sagaleen isaa dhagaʼamu inni duubatti isa hin deebisu.
-