LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 7:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Saamuʼel aarsaa gubamu sana utuma dhiheessaa jiruu, Filisxeemonni Israaʼelota waraanuuf itti dhihaatan. Yihowaan guyyaa sanatti kakawwee sagalee guddaa qabu Filisxeemota irratti fidee+ akka burjaajaʼan godhe;+ isaanis Israaʼelota duratti ni moʼaman.+

  • Faarfannaa 18:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Achiis Yihowaan samii keessaa kakawweessaʼuu jalqabe;+

      Inni Hundaa Oliis cabbii guguddaa fi barbadaadhaan

      Sagaleen isaa akka dhagaʼamu godhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi