1 Saamuʼel 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan warra isaa wajjin wal lolan ni caccabsa;*+Inni samii keessaa kakawwee isaanitti ni gadhiisa.+ Yihowaan guutummaa lafaa irratti murtii ni kenna,+Inni isa mootii godhate sanaaf humna ni kenna,+Gaanfa* isa inni dibe sanaas ol ni qaba.”+ 2 Saamuʼel 22:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis Yihowaan samii irraa kakawweessaʼuu jalqabe;+Inni Hundaa Oliis sagaleen isaa akka dhagaʼamu godhe.+
10 Yihowaan warra isaa wajjin wal lolan ni caccabsa;*+Inni samii keessaa kakawwee isaanitti ni gadhiisa.+ Yihowaan guutummaa lafaa irratti murtii ni kenna,+Inni isa mootii godhate sanaaf humna ni kenna,+Gaanfa* isa inni dibe sanaas ol ni qaba.”+
14 Achiis Yihowaan samii irraa kakawweessaʼuu jalqabe;+Inni Hundaa Oliis sagaleen isaa akka dhagaʼamu godhe.+