1 Saamuʼel 7:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Saamuʼel aarsaa gubamu sana utuma dhiheessaa jiruu, Filisxeemonni Israaʼelota waraanuuf itti dhihaatan. Yihowaan guyyaa sanatti kakawwee sagalee guddaa qabu Filisxeemota irratti fidee+ akka burjaajaʼan godhe;+ isaanis Israaʼelota duratti ni moʼaman.+ 2 Saamuʼel 22:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis Yihowaan samii irraa kakawweessaʼuu jalqabe;+Inni Hundaa Oliis sagaleen isaa akka dhagaʼamu godhe.+ Faarfannaa 18:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achiis Yihowaan samii keessaa kakawweessaʼuu jalqabe;+Inni Hundaa Oliis cabbii guguddaa fi barbadaadhaanSagaleen isaa akka dhagaʼamu godhe.+
10 Saamuʼel aarsaa gubamu sana utuma dhiheessaa jiruu, Filisxeemonni Israaʼelota waraanuuf itti dhihaatan. Yihowaan guyyaa sanatti kakawwee sagalee guddaa qabu Filisxeemota irratti fidee+ akka burjaajaʼan godhe;+ isaanis Israaʼelota duratti ni moʼaman.+
14 Achiis Yihowaan samii irraa kakawweessaʼuu jalqabe;+Inni Hundaa Oliis sagaleen isaa akka dhagaʼamu godhe.+
13 Achiis Yihowaan samii keessaa kakawweessaʼuu jalqabe;+Inni Hundaa Oliis cabbii guguddaa fi barbadaadhaanSagaleen isaa akka dhagaʼamu godhe.+