2 Saamuʼel 22:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis Yihowaan samii irraa kakawweessaʼuu jalqabe;+Inni Hundaa Oliis sagaleen isaa akka dhagaʼamu godhe.+ Faarfannaa 29:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sagaleen Yihowaa bishaanota gubbaatti ni dhagaʼame;Waaqni ulfina qabeessi ni kakawweessaʼa.+ Yihowaan bishaanota hedduu irra jira.+
14 Achiis Yihowaan samii irraa kakawweessaʼuu jalqabe;+Inni Hundaa Oliis sagaleen isaa akka dhagaʼamu godhe.+
3 Sagaleen Yihowaa bishaanota gubbaatti ni dhagaʼame;Waaqni ulfina qabeessi ni kakawweessaʼa.+ Yihowaan bishaanota hedduu irra jira.+